Pr Lammaa Magarsaa 18 01 2011

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

  • Release Date:
  • Viewer: 1,191
  • Like Video: 28
  • Dislike Video: 0
  • Video Length: 15minutes : 11second

Download 1

Music Video

  Play Audio :

Description

PMNO Dooktara kabajaa Lammaa Magarsaa Ayyaana Irreechaaf ergaa baga geessan dabarsan ========================================== [OBN 18 01 2011] Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dooktara kabajaa Lammaa Magarsaa Ummata Oromoo hundaaf ayyaana Irreechaa ummata Oromoo biratti iddoo addaa qabu kanaaf baga geessan jedhaniiru. Ayyaana Irreechaa bara kana kabajnu bifa qindaawaafi bifa dinqisiifannaa qabuun ummanni hundi abbootiin Gadaa, qeeroofi qarreen hundi bifa Aadaasaa calaqqisuun ta’uu akka qabu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dooktara Kabajaa Lammaa Magarsaa ibsaniiru.

keyboard_arrow_up